DIGITAL
0 Sold
Kitaabni Dizaayinii Giraafiksii – Koorsii Guutuu kun barattootaa fi namoota dizaayinii giraafiksii barachuu barbaadaniif qophaa’ee, bu’uuraalee, seerota, meeshaalee fi tooftaalee dizaayinii giraafiksii sadarkaa jalqabaa irraa kaasee hanga sadarkaa olaanaatti barsiisa.